-
2 Mootota 14:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ilma Yoʼaas mootii Yihudaa kan taʼe Amaaziyaan mootii taʼee waggaa 15ffaa isaatti, ilma Yoʼaas mootii Israaʼel kan taʼe Yeroboʼaam+ Samaariyaa keessa taaʼee mootii taʼe; inni waggaa 41f ni bulche.
-