-
Ermiyaas 1:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaanis akkana naan jedhe:
“Gara warran itti si ergu hundumaa deemuu waan qabduuf,
Wantan si ajaju hundumaas isaanitti waan dubbattuuf,+
‘Ani daaʼima’ hin jedhin.
-