-
Amoos 4:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Kanaafuu, yaa Israaʼel, ani si irratti kana nan raawwadha.
Yaa Israaʼel, kana waanan si irratti raawwadhuuf,
Waaqa kee dura dhaabbachuuf qophaaʼi.
-
-
Amoos 7:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis Yihowaan, “Amoos, maaltu sitti mulʼata?” naan jedhe. Anis, “Tumbii” jedheen deebise. Achiis Yihowaan akkana jedhe: “Kunoo, ani saba koo Israaʼeliin tumbiidhaan nan safara. Kana booda ani dhiifama isaaniif hin godhu.+
-