LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Jiraattonni Samaariyaa waaqa tolfamaa Beet Aween isa jabbii fakkaatu sanaaf ni sodaatu.+

      Sabichis taʼe luboonni waaqa ormaa warri isattii fi ulfina isaatti gammadan,

      Isaaf ni booʼu,

      Sababiin isaas, inni boojuudhaan isaan irraa ni fudhatama.

  • Amoos 5:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Waca faarfannaawwan keetii na irraa fageessi;

      Muuziqaa meeshaalee muuziqaa ribuu qabaniin taphattus dhagaʼuu hin barbaadu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi