LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Amoos 6:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘“Mana tokko keessatti namoonni kudhan yoo hafan isaanis ni duʼu. 10 Firri isaanii tokko* dhufee alatti isaan baasee tokko tokkoon isaan guba. Inni lafee isaanii mana keessaa ni baasa; achiis nama kutaa manichaa isa keessaa keessa jiru kamiin iyyuu, ‘Si biratti kan hafe jiraa?’ jedhee gaafata. Innis, ‘Homtuu hin jiru!’ jedha. Achiis inni, ‘Calluma jedhi! Amma yeroo maqaa Yihowaa itti dhaʼan miti’ jedha.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi