Keessa Deebii 33:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru. Faarfannaa 68:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Jabina Waaqayyoo amanaa fudhadhaa.+ Ulfinni isaa Israaʼel irra jira,Jabinni isaas samiiwwan* keessa jira.
26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru.
34 Jabina Waaqayyoo amanaa fudhadhaa.+ Ulfinni isaa Israaʼel irra jira,Jabinni isaas samiiwwan* keessa jira.