2 Mootota 18:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis mootiin Asoor Israaʼelota boojiʼee+ gara Asooritti geessuudhaan, Haalaa fi Haaboor isa laga Goozaan bira jiru keessa, akkasumas magaalota Meedon keessa isaan qubachiise.+ Hoseʼaa 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Samaariyaan Waaqa ishii irratti waan fincilteef,+ yakka ishiitiif itti gaafatamti.+ Isaan goraadeedhaan ni kufu,+Ijoolleen isaanii ni caccabsamu,Dubartoonni isaanii warri ulfaas garaan isaanii ni tarsaafama.”
11 Achiis mootiin Asoor Israaʼelota boojiʼee+ gara Asooritti geessuudhaan, Haalaa fi Haaboor isa laga Goozaan bira jiru keessa, akkasumas magaalota Meedon keessa isaan qubachiise.+
16 Samaariyaan Waaqa ishii irratti waan fincilteef,+ yakka ishiitiif itti gaafatamti.+ Isaan goraadeedhaan ni kufu,+Ijoolleen isaanii ni caccabsamu,Dubartoonni isaanii warri ulfaas garaan isaanii ni tarsaafama.”