Hisqiʼel 26:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isaan qabeenya kee fi shaqaxa kee ni saamu,+ dallaawwan kee ni diigu, manneen kee warra gaggaarii taʼanis ni jigsu; achiis dhagoota kee, miʼawwan kee warra muka irraa tolfamanii fi biyyoo kee bishaan keessatti ni darbatu.’
12 Isaan qabeenya kee fi shaqaxa kee ni saamu,+ dallaawwan kee ni diigu, manneen kee warra gaggaarii taʼanis ni jigsu; achiis dhagoota kee, miʼawwan kee warra muka irraa tolfamanii fi biyyoo kee bishaan keessatti ni darbatu.’