Yooʼel 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Gibxiin garuu ni onti,+Edoomis lafa onaa ni taati,+Sababiin isaas, isaan saba Yihudaa irratti hammina raawwataniiru,+Biyya isaa keessattis dhiiga qulqulluu dhangalaasaniiru.+
19 Gibxiin garuu ni onti,+Edoomis lafa onaa ni taati,+Sababiin isaas, isaan saba Yihudaa irratti hammina raawwataniiru,+Biyya isaa keessattis dhiiga qulqulluu dhangalaasaniiru.+