LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 62:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yihowaan harka isaa isa mirgaa, irree isaa isa jabaas kaasee akkana jedhee kakateera:

      “Kana booda nyaata akka isaaniif taʼuuf midhaan kee diinotaaf hin kennu,

      Namoonni biyya ormaas daadhii wayinii kee isa haaraa isa itti dhamaate hin dhugan.+

       9 Haa taʼu malee, warri midhaanicha sassaaban isa nyaatanii Yihowaa ni jajatu;

      Warri firii wayinii walitti qabanis mooraa koo isa qulqulluu keessatti daadhii wayinii ni dhugu.”+

  • Miikiyaas 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+

      Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+

      Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi