LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 2:31-33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Achiis Yihowaan, ‘Kunoo, ani ammuma iyyuu Sihoonii fi biyya isaa siif kennuu jalqabeera. Biyya isaa dhaalaan fudhachuu jalqabi’+ naan jedhe. 32 Sihoon guutummaa saba isaa wajjin Yaahaazitti nu loluuf yommuu baʼetti,+ 33 Waaqni keenya Yihowaan harka keenyatti dabarsee isa kenne; nutis isa, ilmaan isaa fi guutummaa saba isaa ni injifanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi