Hoseʼaa 11:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Goraadeen magaalota isaa irra ni naannaʼa,+Danqaraawwan isaa ni balleessa, haxxummaa isaaniitiin kan kaʼe isaan ni fixa.+ Amoos 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan Waaqni Raayyaa akkana jedha: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan ofiin* kakateera,+“Ani of tuulummaa Yaaqoob nan balfa,+Masaraawwan isaa warra ciccimoos nan jibba,+Magaalattiis taʼe wanta ishii keessa guutee jiru diinatti dabarsee nan kenna.+
6 Goraadeen magaalota isaa irra ni naannaʼa,+Danqaraawwan isaa ni balleessa, haxxummaa isaaniitiin kan kaʼe isaan ni fixa.+
8 Yihowaan Waaqni Raayyaa akkana jedha: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan ofiin* kakateera,+“Ani of tuulummaa Yaaqoob nan balfa,+Masaraawwan isaa warra ciccimoos nan jibba,+Magaalattiis taʼe wanta ishii keessa guutee jiru diinatti dabarsee nan kenna.+