2 Mootota 13:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Mootiin Sooriyaa akkuma awwaara oobdii keessa jiruutti dhidhiitee+ isaan balleessee waan tureef,+ raayyaan waraanaa Yehoʼahaaziif hafe abbootii fardeenii 50, gaarii fardaa 10 fi loltoota lafoo 10,000 qofa ture.
7 Mootiin Sooriyaa akkuma awwaara oobdii keessa jiruutti dhidhiitee+ isaan balleessee waan tureef,+ raayyaan waraanaa Yehoʼahaaziif hafe abbootii fardeenii 50, gaarii fardaa 10 fi loltoota lafoo 10,000 qofa ture.