-
2 Mootota 24:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Bara sanatti tajaajiltoonni Nebukadnezaar mootii Baabilon Yerusaalem irratti ni duulan; magaalattiinis ni marfamte.+
-
-
2 Mootota 24:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kana malees, mootiin Baabilon loltoota 7,000 fi namoota ogeeyyii harkaa taʼanii fi hojii sibiilaa hojjetan* 1,000 boojiʼee gara Baabilonitti geesse; hundi isaanii namoota jajjaboo fi waraanaaf leenjiʼan turan.
-