Faarfannaa 122:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Nagaa Yerusaalemiif kadhadhaa.+ Yaa magaalaa nana, warri si jaallatan tasgabbii argatu. 7 Yeroo hunda nagaan dallaawwan ittisaa kee* keessa,Tasgabbiinis masaraawwan kee warra ciccimoo taʼan keessa haa jiraatu.
6 Nagaa Yerusaalemiif kadhadhaa.+ Yaa magaalaa nana, warri si jaallatan tasgabbii argatu. 7 Yeroo hunda nagaan dallaawwan ittisaa kee* keessa,Tasgabbiinis masaraawwan kee warra ciccimoo taʼan keessa haa jiraatu.