-
Faarfannaa 149:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Faarfannaawwan Waaqayyoon jajachuuf dhihaatan qoonqoo isaanii keessa,
Goraadeen karaa lamaan qarames harka isaanii keessa haa jiraatu;
7 Kunis kan taʼu, saboota irratti haaloo baʼuuf,
Namootas adabuuf,
-
Hisqiʼel 35:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kanaafuu, lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, jibba isaaniif qabduun kakaatee aarii fi hinaaffaa akkuma argisiistetti anis akkanuma si irratti nan godha;+ yommuun si irratti murteessuttis isaan gidduutti of nan beeksisa.
-
-
-