-
Faarfannaa 130:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
130 Yaa Yihowaa, iddoo gad fagoo keessaa sin waammadha.+
2 Yaa Yihowaa, sagalee koo dhagaʼi.
Gurri kee kadhata ani gargaarsa argachuuf dhiheessu xiyyeeffannaadhaan haa dhagaʼu.
-