Isaayyaas 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati saba kee, mana Yaaqoob dhiisteetta,+Sababiin isaas, isaan wantoota Baha irraa dhufaniin guutamaniiru;Isaan akkuma Filisxeemotaatti mora raawwatu,+Ijoollee namoota biyya ormaatiinis guutamaniiru. Isaayyaas 8:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Isaan, “Eker dubbistoota yookiin raagdota warra wacanii fi gunguman gaafadhu” yoo siin jedhan, sabni tokko gaafachuu kan qabu Waaqa isaa mitii? Isaan waaʼee warra lubbuudhaan jiranii warra duʼan gaafachuu qabuu?+
6 Ati saba kee, mana Yaaqoob dhiisteetta,+Sababiin isaas, isaan wantoota Baha irraa dhufaniin guutamaniiru;Isaan akkuma Filisxeemotaatti mora raawwatu,+Ijoollee namoota biyya ormaatiinis guutamaniiru.
19 Isaan, “Eker dubbistoota yookiin raagdota warra wacanii fi gunguman gaafadhu” yoo siin jedhan, sabni tokko gaafachuu kan qabu Waaqa isaa mitii? Isaan waaʼee warra lubbuudhaan jiranii warra duʼan gaafachuu qabuu?+