Isaayyaas 20:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yeroo sanatti Yihowaan karaa Isaayyaas+ ilma Amooz, “Dhaqiitii uffata gaddaa kee mudhii kee irraa hiiki, kophee kees miila kee irraa baasi” jedhee dubbate. Innis akkanuma ni godhe; qullaa isaa* fi miila isaa duwwaas asii fi achi ni deema ture.
2 Yeroo sanatti Yihowaan karaa Isaayyaas+ ilma Amooz, “Dhaqiitii uffata gaddaa kee mudhii kee irraa hiiki, kophee kees miila kee irraa baasi” jedhee dubbate. Innis akkanuma ni godhe; qullaa isaa* fi miila isaa duwwaas asii fi achi ni deema ture.