-
Ermiyaas 3:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ati bara baraaf ni mufattaa?
Yookiin yeroo hundumaa haaloo ni qabattaa?’
Ati akkana jetta,
Garuu wanta hamaa gochuu dandeessu hundumaa gochuu kee itti fufteetta.”+
-
-
Hisqiʼel 22:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kunoo, geggeessitoonni Israaʼel si gidduutti argaman hundi dhiiga dhangalaasuuf aangoo isaaniitti fayyadamu.+
-