-
Faarfannaa 25:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ati Waaqa fayyinaa koo waan taateef,
Dhugaa kee keessa akkan deddeebiʼu godhi, na barsiisis.+
ו [Waaw]
Guyyaa guutuu ani sin abdadha.
-
-
Faarfannaa 62:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
62 Dhugumaan, ani calluma jedhee Waaqayyoon nan eeggadha.
Fayyinni koo isa biraa dhufa.+
-