LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:67
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 67 Achiis isaan fuula isaatti tufan;+ akkasumas abootteedhaan isa rukutan.+ Warri kaan immoo isa kabalanii,+

  • Yohaannis 18:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, eegdota achi dhaabbatan keessaa tokko Yesuusiin kabalee,+ “Dura buʼaa lubootaatiif akkasitti deebistaa?” jedhe.

  • Yohaannis 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 gara isaatti dhihaataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!” jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi