LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 46:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Inni guutummaa lafaa irraa waraana ni balleessa.+

      Iddaa ni cabsa, eeboos ni hurreessa;

      Gaariiwwan fardaa waraanaas* ibiddaan ni guba.

  • Isaayyaas 37:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ati karaa tajaajiltoota keetii Yihowaatti qoostee+ akkana jette:

      ‘Gaariiwwan fardaa waraanaa koo hedduu taʼaniin

      Gara ol dheerina gaarotaatti,+

      Gara iddoowwan fagoo Libaanonittis ol nan baʼa.

      Gaattiraawwan ishii dhedheeroo taʼanii fi mukeetii birbirsaa ishii filatamoo taʼan nan mura.

      Dahoowwan ishii warra ol kaʼoo taʼanii fi bosonawwan ishii warra gobbatan keessa nan seena.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi