-
Isaayyaas 19:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Lageen ni ajaaʼu;
Boʼoowwan Abbayyaa warri Gibxii keessa jiranis ni hirʼatu, ni waxalamus.
Shomboqqoowwanii fi caffeewwan ni tortoru.+
-