-
Isaayyaas 20:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 mootiin Asooris namoota Gibxii fi namoota Itoophiyaa warra boojiʼaman+ ijoollee fi maanguddoota utuu hin jedhin qullaa isaanii fi miila isaanii duwwaa utuma hudduun isaanii mulʼatuu oofee ni fudhata; eeyyee, Gibxiin ni salphatti.
-