-
2 Seenaa Baraa 32:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 bulchitoota isaa fi loltoota isaa wajjin erga mariʼatee booda, burqaawwan bishaanii magaalattiidhaa alatti argaman duuchuuf murteesse;+ isaanis isa deggeran. 4 Namoonni hedduunis walitti qabamanii, “Mootonni Asoor dhufanii bishaan baayʼee maaliif argatu?” jechuudhaan, burqaawwan hundumaa fi laga biyyattii keessa yaaʼu ni duuchan.
-