-
Amoos 1:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Inni akkana jedhe:
“Yihowaan Xiyoon keessaa ni barooda,
Yerusaalem keessaas sagalee isaa guddisee ni dhageessisa.
Iddoowwan dheedichaa tiksitootaa ni gaddu,
Fiixeen Qarmeelosis ni goga.”+
-