Faarfannaa 35:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isaan, “Ishoo! Ishoo! Ijji keenya kana argeera” jechaa,Na himachuuf afaan isaanii balʼisanii banu. 22 Yaa Yihowaa, ati kana argiteetta. Calluma hin jedhin.+ Yaa Yihowaa, na irraa hin fagaatin.+
21 Isaan, “Ishoo! Ishoo! Ijji keenya kana argeera” jechaa,Na himachuuf afaan isaanii balʼisanii banu. 22 Yaa Yihowaa, ati kana argiteetta. Calluma hin jedhin.+ Yaa Yihowaa, na irraa hin fagaatin.+