LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 119:120
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 120 Si sodaachuudhaan kan kaʼe qaamni* koo ni hollata;

      Murtiiwwan kee nan sodaadha.

  • Ermiyaas 23:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Raajota ilaalchisee akkana nan jedha:

      Garaan koo keessa kootti cabeera.

      Lafeewwan koo hundi ni hollatu.

      Yihowaa fi dubbii isaa isa qulqulluudhaan kan kaʼe,

      Ani akkuma nama machaaʼee,

      Akkuma nama daadhii wayiniitiin moʼamees nan taʼe.

  • Daaniʼel 8:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ani Daaniʼel baayʼee nan dadhabe; guyyoota muraasaafis nan dhukkubsadhe.+ Achiis kaʼeen hojii mootichaa hojjechuu jalqabe;+ taʼus wantan arge sanaan kan kaʼe hadoodeen ture; eenyu iyyuu mulʼaticha hubachuu hin dandeenye.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi