LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kunoo, inni akkuma duumessa bokkaa of keessatti qabateetti ni dhufa,

      Gaariiwwan fardaa isaas akkuma obomboleettii ti.+

      Fardeen isaa risaa caalaa saffisa qabu.+

      Waan mancaaneef, nuuf wayyoo!

  • Faaruu Ermiyaas 4:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Warri nu ariʼan risaa samii keessa barrisu caalaa saffisa qabu.+

      Isaan gaarota irratti nu ariʼan; lafa onaa keessattis riphanii nu eeggatan.

  • Hisqiʼel 17:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Risaa guddaan,+ qoochoowwan guguddaa, baalleewwan dhedheeroo qabuu fi qaamni isaa labooba halluu garaa garaa qabuun uwwifame tokko gara Libaanon+ dhufee fiixee muka gaattiraa tokko qabate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi