-
2 Mootota 25:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isaanis ilmaan Zedeeqiyaa ijuma isaa duratti ni gorraʼan; achiis Nebukadnezaar ija Zedeeqiyaa ni jaamse; hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide.+
-
-
Ermiyaas 39:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Mootiin Baabilon ilmaan Zedeeqiyaa ijuma isaa duratti Riblaatti ni gorraasise; guguddoota Yihudaa hundumaas ni gorraasise.+
-