LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ati durba takka ni kaadhimatta, garuu namni kan biraan ishii gudeeda. Mana ni ijaarratta, garuu keessa hin jiraattu.+ Muka wayinii ni dhaabbatta, garuu itti hin fayyadamtu.+

  • Ermiyaas 5:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Isaan oomisha kee fi nyaata kee ni nyaatu.+

      Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee ni nyaatu.

      Bushaayeewwanii fi horiiwwan kee ni nyaatu.

      Mukeetii wayinii fi mukeetii harbuu kee ni nyaatu.

      Magaalota kee warra dallaa dhagaa qaban warra ati itti amanamtus goraadeedhaan ni balleessu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi