Hisqiʼel 14:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Yaa ilma namaa, namoonni kun waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo* taʼan duukaa buʼuuf kutataniiru; gufuu namoonni cubbuu akka hojjetan godhus kaaʼaniiru. Maarree ani gaaffii isaaniitiif deebii kennuun qabaa?+
3 “Yaa ilma namaa, namoonni kun waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo* taʼan duukaa buʼuuf kutataniiru; gufuu namoonni cubbuu akka hojjetan godhus kaaʼaniiru. Maarree ani gaaffii isaaniitiif deebii kennuun qabaa?+