Isaayyaas 55:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo inni argamutti Yihowaa barbaaddadhaa.+ Yeroo inni dhihoo jiruttis isa waammadhaa.+ Amoos 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaa barbaaddadhaa, lubbuudhaanis jiraadhaa,+Taʼuu baannaan garuu, inni akka ibiddaatti mana Yoseef irratti ni dhufa,Beeteliin ni nyaata, namni ibiddicha dhaamsus hin jiraatu.
6 Yihowaa barbaaddadhaa, lubbuudhaanis jiraadhaa,+Taʼuu baannaan garuu, inni akka ibiddaatti mana Yoseef irratti ni dhufa,Beeteliin ni nyaata, namni ibiddicha dhaamsus hin jiraatu.