-
Hisqiʼel 25:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kunoo, ani harka koo Filisxeemota irratti nan diriirsa;+ Kereetotas taʼe jiraattota qarqara galaanaa warra hafan nan balleessa.+ 17 Adaba cimaa taʼeen akka malee isaan irratti haaloo nan baʼa; yommuun isaan irratti haaloo baʼus ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.”’”
-