-
Isaayyaas 43:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan,
Inni Qulqulluun kan Israaʼel, Fayyisaa kee ti.
Ani Gibxii furii godhee siif kenneera,
Itoophiyaa fi Seebaas bakka kee kenneera.
-
-
Hisqiʼel 30:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Goraadeen tokko Gibxii irratti ni dhufa, yommuu reeffi isaanii Gibxii keessatti kukkufutti Itoophiyaan sodaadhaan qabamti;
Qabeenyi ishii ni fudhatama, buʼuurri ishiis ni diigama.+
-