-
Naahom 3:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Magaalaa dhiiga dhangalaastu sanaaf wayyoo!
Ishiin gowwoomsaa fi saamichaan kan guutamte dha.
Ishiin matumaa adamsuu hin dhiistu!
-
-
Naahom 3:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Badiisa si irra gaʼu irraa boqonnaa hin argattu.
Madaan kee fayyuu hin dandaʼu.
-