LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaanis, “Inni gaarii dha; jaalalli isaa inni amanamaan inni Israaʼeliif qabu bara baraaf jabaatee dhaabbata”+ jedhanii wal harkaa fuudhanii+ Yihowaa jajachuu fi galateeffachuu jalqaban. Buʼuurri mana Yihowaa waan kaaʼameefis, sana booda guutummaan sabichaa sagalee guddaadhaan Yihowaa ni jajate.

  • Isaayyaas 12:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Inni wantoota dinqisiisoo+ waan raawwateef, Yihowaadhaaf faarfannaa galataa faarfadhaa.*+

      Kun guutummaa lafaa irratti haa beeksifamu.

       6 Inni Qulqulluun kan Israaʼel inni gidduu keessanitti argamu guddaa waan taʼeef,

      Isin jiraattonni* Xiyoon iyyaa, ililchaas.”

  • Zakkaariyaas 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Yaa intala Xiyoon,+ gammachuudhaan ililchi; sababiin isaas, ani nan dhufa,+ si gidduus nan jiraadha”+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi