9 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Isin warri dubbii kana afaan raajotaa keessaa dhagaʼaa jirtan,+ harka keessan jabeeffadhaa;+ dubbiin kun manni qulqullummaa akka ijaaramuuf yeroo buʼuurri mana Yihowaa Gooftaa Raayyaa kaaʼametti dubbatamee ture.