LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Haagee 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Yeroo muraasa booda al tokko dabalee samiiwwanii fi lafa, akkasumas galaanaa fi lafa isa gogaa nan sochoosa.’+

  • Ibroota 12:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yeroo sanatti sagaleen isaa lafa sochoose,+ amma garuu, “Al tokko dabalee lafa qofa utuu hin taʼin, samiis nan sochoosa”+ jedhee waadaa galeera. 27 Jechoonni “al tokko dabalee” jedhan wantoonni hin sochoone akka itti fufaniif, wantoonni sochoʼan, jechuunis wantoonni tolfaman akka balleeffaman argisiisu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi