LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 48:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkuma daadhii wayinii siicoo irra taaʼeetti

      Moʼaabonnis ijoollummaa isaaniitii jalqabee tasgabbiidhaan taaʼaniiru.

      Isaan miʼa tokko irraa gara miʼa kan biraatti hin garagalfamne,

      Boojuudhaanis fudhatamanii hin beekan.

      Dhandhamni isaanii akkuma duraanii kan taʼe kanaafi,

      Urgaan isaaniis hin jijjiiramne.

  • Zakkaariyaas 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaanis maleekaa Yihowaa isa mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatee ture sanaan, “Nuti lafa irra deddeebineerra; kunoo, guutummaan lafaas tasgabbii kan qabduu fi kan hin jeeqamne dha”+ jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi