-
Hisqiʼel 28:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Yaa ilma namaa, geggeessaa Xiirosiin akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:
“Garaan kee waan of tuuleef,+ irra deddeebitee, ‘Ani waaqa dha.
Galaanicha walakkaa teessoo waaqaa irra nan taaʼa’+ jetteetta.
Garaa keetti waaqa akka taate yoo sitti dhagaʼame iyyuu,
Ati nama dha malee waaqa miti.
3 Kunoo, ati Daaniʼel caalaa ogeessa dha.+
Iccitiin si jalaa dhokate hin jiru.
-