-
Hisqiʼel 34:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Isa bade nan barbaada;+ isa karaa irraa gore deebisee nan fida; isa miidhame huccuudhaan nan hidha; isa dadhabe nan cimsa; isa furdatee fi isa cimaa taʼe garuu haxaaʼee nan balleessa. Ani isatti nan murteessa; adaba isaaf malus isa irratti nan dabarsa.”
17 “‘Yaa hoolota koo, isiniin ilaalchisee Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Ani hoolaa isa tokkoo fi hoolaa isa kan biraa gidduutti, korbeeyyii hoolaa fi korbeeyyii reʼee gidduuttis murtii dabarsuufan jedha.+
-