Haagee 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Teessoo mootummootaa nan garagalcha; jabina mootummoota sabootaas nan balleessa;+ gaarii fardaa fi warra isa oofan nan garagalcha; fardeenii fi warri isaan gulufan ni kufu; tokkoon tokkoon isaanii goraadee obboleessa isaaniitiin ni kufu.’”+
22 Teessoo mootummootaa nan garagalcha; jabina mootummoota sabootaas nan balleessa;+ gaarii fardaa fi warra isa oofan nan garagalcha; fardeenii fi warri isaan gulufan ni kufu; tokkoon tokkoon isaanii goraadee obboleessa isaaniitiin ni kufu.’”+