Isaayyaas 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yihowaan galoo* galaana warra Gibxii ni hira,*+Harka isaas Lagicha* irratti ni raasa.+ Hafuura isaa isa waxaluun lageen isaa torba ni rukuta,*Namoonnis kophee isaaniitiin akka ceʼan godha.
15 Yihowaan galoo* galaana warra Gibxii ni hira,*+Harka isaas Lagicha* irratti ni raasa.+ Hafuura isaa isa waxaluun lageen isaa torba ni rukuta,*Namoonnis kophee isaaniitiin akka ceʼan godha.