Miikiyaas 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namoonni hundi tokkoon tokkoon isaanii maqaa waaqa isaaniitiin ni deddeebiʼu,Nuti garuu baraa hamma bara baraatti maqaa Waaqa keenya Yihowaatiin ni deddeebina.+
5 Namoonni hundi tokkoon tokkoon isaanii maqaa waaqa isaaniitiin ni deddeebiʼu,Nuti garuu baraa hamma bara baraatti maqaa Waaqa keenya Yihowaatiin ni deddeebina.+