-
Baʼuu 6:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ilmaan Geershon akka hidda dhalootaa maatiiwwan isaaniitti Libnii fi Shimeʼii turan.+
-
-
1 Seenaa Baraa 23:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ilmaan Shimeʼii, Yaahaat, Ziinaa, Yeʼuushii fi Beriʼaa turan. Kanneen kun arfan ilmaan Shimeʼii turan.
-