LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 14:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Aasaanii fi namoonni isaa wajjin jiran hamma Geraaritti+ isaan ni ariʼan; Yihowaanii fi raayyaan waraanaa isaa waan isaan haleelaniif warri Itoophiyaa ni dhuman; isaan keessaa namni tokko illee lubbuudhaan hin oolle. Sana booda boojuu hedduu ni fudhatan.

  • 2 Seenaa Baraa 20:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kanaafuu, Yoshaafaaxii fi namoonni isaa isaan irraa boojuu fudhachuu dhufan; isaanis miʼawwan, uffataa fi wantoota gatii guddaa qaban hedduu ni argatan; hamma baachuu dadhabanittis wantoota hedduu isaan irraa ni saaman.+ Boojuun sun hedduu waan tureef, isa fudhachuuf guyyaa sadii isaanitti fudhate.

  • Zakkaariyaas 2:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+ 9 Ani harka koo isaan irratti nan raasa, isaanis garbootuma isaaniitiin ni saamamu.’+ Isinis Yihowaan Gooftaan Raayyaa akka na erge dhugumaan ni beektu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi