2 Seenaa Baraa 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Haa taʼu malee, maqaan koo achitti ulfina akka argatuuf Yerusaalemiin filadheera;+ saba koo Israaʼel irratti geggeessaa akka taʼuufis Daawitiin filadheera.’+ Zakkaariyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Ammas irra deebiʼiitii akkana jedhii labsi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Magaalonni koo ammas deebiʼanii wanta gaariidhaan ni guutamu; Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa;+ Yerusaalemiinis deebisee ni filata.”’”+
6 Haa taʼu malee, maqaan koo achitti ulfina akka argatuuf Yerusaalemiin filadheera;+ saba koo Israaʼel irratti geggeessaa akka taʼuufis Daawitiin filadheera.’+
17 “Ammas irra deebiʼiitii akkana jedhii labsi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Magaalonni koo ammas deebiʼanii wanta gaariidhaan ni guutamu; Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa;+ Yerusaalemiinis deebisee ni filata.”’”+