1 Saamuʼel 17:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa. Hoseʼaa 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Mana Yihudaatti garuu gara laafina nan argisiisa;+ ani Waaqni isaanii Yihowaan isaan nan oolcha;+ kanan isaan oolchu iddaadhaan yookiin goraadeedhaan yookiin waraanaan yookiin fardeeniin yookiin abbootii fardeeniitiin miti.”+
45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa.
7 Mana Yihudaatti garuu gara laafina nan argisiisa;+ ani Waaqni isaanii Yihowaan isaan nan oolcha;+ kanan isaan oolchu iddaadhaan yookiin goraadeedhaan yookiin waraanaan yookiin fardeeniin yookiin abbootii fardeeniitiin miti.”+